top of page
  • Writer's pictureOLA Command

Ibsa Gabaabaa (Hagayya 20, 2021)

Najaat Hamzaa, dubbi-himaa Idil-Addunyaa WBOtiif bakka-buutuu quunnamtii uummataa ta’uun ramadamuu sirnaan isin beeksisuu feena. Najaat Hamzaa qabsoo Oromoo keessatti falmituu murannoo fi cichoominaan beekamtu. Ishii dabalachuu keenyatti guddoo boonna. Odaa Tarbii Dubbii-himaa Idil-Addunyaa WBO Hagayya 20, 2021

6 views0 comments

Recent Posts

See All
bottom of page